Category Archives: Uncategorized
Ayyaanni Irreecha 2022 Oromiyaatti Bifa Ho’aa Ta’een Kabajame.
Ayyaanni Irreecha Birraa 2022 , Oct.1 fi Oct. 2 Walduraa duubaan Handhuura Oromiyaa Magaalaa Finfinnee Hora Finfinneefi Magaalaa Bishooftuu Horaa Harsadee irraatti bifa ho’aa ta’een kabajame.Irreechi Ayyaana galateeffaannaa OROMOO ti. IRREECHI AADAA, Duudhaa, Safuu,Amantaafi Eenyuummaan Uummata Oromoo kan ittin Ibsamudha. AADAAn Calaqee eenyummaa Saba tokkoo kan waan hundumaa of keessaatti hammaatudha. Ayyaanni kun Ayyaanaa BilisummaaContinue reading “Ayyaanni Irreecha 2022 Oromiyaatti Bifa Ho’aa Ta’een Kabajame.”
Mootummaan Yaalii Ajjeechaa Hoggana ABO Jaal Abdii Raggaasaa Irratti Raawwate . Hooggantootni ABO Olaanoon shanis Hidhamaniru.
Mootummaan Abbaa Irree Koloneel Abiyi Ahmedn gaggeeffamu hidhaa akka furmaatatti Kan lakkaa’uu yoo ta’ee umrii kufaatii isaa dachaan saffisisa.
Dhaamsa Haala Yeroo Share waliif godhaa, Bakka jirruutti Miiraa Oromummaa, Sabboonummaafi Tokkummaa Jabeessuun kaayyoofi akeeka waloof waliin haa sochoonu!!
Dhaamsa Haala Yeroo #Share waliif godhaa, Bakka jirruutti Miiraa Oromummaa, Sabboonummaafi Tokkummaa Jabeessuun kaayyoofi akeeka waloof waliin haa sochoonu!! Afaan Oromoo Afaan Biyyoolessaa fi Afaan Hojii Mootummaa Federaalawaa Akka Ta’uu Atattamaan Raggasiisuuf Sochiin Warraaqsa Biyyoolessa Oromiyaa FXG bifa Haarawaa ta’een itti fufu qaba!!. Uummaatni Oromoofi Lammiin Oromoo cufti bakka jirtan cufatti qophii dursaa Sochii kanaafContinue reading “Dhaamsa Haala Yeroo Share waliif godhaa, Bakka jirruutti Miiraa Oromummaa, Sabboonummaafi Tokkummaa Jabeessuun kaayyoofi akeeka waloof waliin haa sochoonu!!”
Oromiyaan Biyya Of Dandeessu Ta’uun Ishee Waan Hin Oolleedha!! Maxxansa Haala Yeroo By Amboo Press!.
Ethiopia’f dhiiga boowuu dhiifne Oromiyaan biyya of dandeessu ta’uu akka dandeessuufi ta’uun ishees kan hin ollee ta’uu amanuu qabna. Wanti guddaan itti yaadamuu qabu qixa sirriifi sirnaan wal bulchuuf itti qophaa’uufi Sirna hundaaf ta’u qopheeffachuudha!!.
Maxxansa Haala Yeroo by “Amboo Press “
Ilmaan Oromoo Biyya Keessaafi Biyya alaa maxxansa Haala Yeroo “Amboo Press ” qabatee dhufaa waan jiruuf bakka jirtan cufatti akka hurdoftaniifi waliif share gochuun akka wal qaqqabsiiftan dhaamna!! Ilmaan Oromoo Biyya Keessaafi Biyya alaa maxxansa Haala Yeroo “Amboo Press ” qabatee dhufaa waan jiruuf bakka jirtan cufatti akka hurdoftaniifi waliif share gochuun akka wal qaqqabsiiftanContinue reading “Maxxansa Haala Yeroo by “Amboo Press “”
Maxxansa Haala Yeroo!
Ilmaan Oromoo Biyya Keessaafi Biyya alaa maxxansa Haala Yeroo “Amboo Press ” qabatee dhufaa waan jiruuf bakka jirtan cufatti akka hurdoftaniifi waliif share gochuun akka wal qaqqabsiiftan dhaamna!!
Namni Galma isaa beeku manaa bahuuf nama hin rakkisu!
Kutannoofi eejjennootu galiin nama gaha!!
The Journey Begins
Thanks for joining me! Good company in a journey makes the way seem shorter. — Izaak Walton